Fana: At a Speed of Life!

Aadde Caaltuu Saaniin filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aantuun Preezdaantii fi Qindeessituun Misooma magaaloota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saaniin Haramayyaatti argamuun filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laataniiru.
Erga sagalee laatanii booda Yuunvarsiitii Haramayyaa keessatti biqiltuu dhaabaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.