Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Bishooftuutti filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti filannoon marsaa 6ffaan sa’atii 12:00 irraa eeagalee gaggeeffamaa jira jedhame.
Magaalichatti buufataaleen Filannoo 103 jiraachuu fi paartileen siyaasaa 6 waliin dorgamaa jiraachuu ibsameera.
Hanga ammaattis haala tasgabbii qabuun gaggeeffamaa jiraachuu himameera.
Afawarqi Iyyaayyuutu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.