Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Aarbaa Mincitti filannoon marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Aarbaa Mincitti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jira.
Magaalichatti buufataaleen filannoo 192 irratti filannoon gaggeeffamaa jira.
Maatiyoos Fallaqaatu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.