Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Shaashamannee buufata filannoo Faajjii Meexxii lakkoofsa 2ffaatti filannoon gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo filannoo Shaashamannee buufata filannoo Faajjii Meexxii lakkoofsa 2ffaatti hawaasni ba’ee sagalee kennaa jira.
Buufata kanatti namoonni kumni 1fi 500 sagalee kennaa jiru.
Qindeessaan buufatichaa obbo Hiikoo Abdoo sirni sagalee kennuu akkaataa karoora qabameetiin gaggeeffamaa jiraachuu ibsaniiru.
Biqilaa Tufaatu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.