Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dirree Dawaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala hoo’aa ta’een gaggeeffamaa jira.
Jiraattoonni magaalichaa hiriiraan filannoo gaggeessaa jiraachuu himameera.
Magaalaa Dirree Dawaatti filattoonni kumni dhibbi 2 ol filannoo kanarratti kan hirmaatan ta’uu ibsameera.
Taajjabdoonni mirga namoomaa fi paartiilee siyaasaa bakka argamanitti gaggeeffamaa jira jedhame.
Iyyoonaadab Andu’aalemtu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.