Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas nan ka’aa’ jedhu boruu ni gaggeeffama

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Ministeerri Qonnaa sagantaan dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas nan ka’aa’ jedhu guyyaa boruu ni gaggeeffamaa jechuun beeksiseera.

Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaanoonni hundi guyyaa borii filannoo marsaa 6ffaaf gaggeeffamuuf dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas na ka’aa’ jedhuun waamichaa Ityoophiyaa ha uwwisnuu dabarsuusaanii hordofee naannoolee fi buufatalee filannoo itti gaggeeffamuu qophii ta’uu ibsameera.

Koreen tekinikaa fi qindessaa misoomaa ashaaraa magaarisaa dhaabbii biqiltuu federaalaa hanga aanaatti ni hogganaa jedhameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.