Fana: At a Speed of Life!

Filannoo gaggeessuu fi nageenya eegsiisuun ga’ee keenya – jiraattoota magaalaa Boongaa

Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Filannoo gaggeessuu fi nageenya eegsiisuun ga’ee isaanii ta’uu jiraattoonni magaalaa Boongaa dubbatan.
Birmadummaa biyyaa mirkaneessuuf filannoon isa olaanaa ta’uu isaan filannoof qophii ta’uu jiraattoonni kunneen ibsaniiru.
Filannoo akka godina Kafaa fi biyyaatti gaggeeffamu milkeessuun imala gara diimookiraasiitti taasiifamuuf waloon ni hojjenna jechuun ibsaniiru.
Fireehiyiwat Saffiiwitu gabaase
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.