Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaa Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama jedhameera.
Proojektichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 6’n hojjetamee jedhameera.
Ijaarsi proojektichaas baatiwwan shan keessaatti xumuramee jedhameera.
Proojaktiin kun bishaan qulqulleessaa, riqicha garagaraa, daandii miillaa, manneen fincaanii, mana kitaabaa, dunkaana meeshaalee qinxaaboo, oolmaa dargaggootaa, magariisummaa of keessa qaba jedhame.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.