Duulli nu filadhaa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa godina Arsii magaalaa Saagureetti gaggeefame
Paartiin Badhaadhinaa waan waadaa gale paartii raawwatuudha jedhan obbo Shimallis.
Godinni Arsii gidduugala misoomaa ta’uu eeruun qonna godinichaa ammayyeeuun ummata biyyattiif oomisha dhiyeessuun ni danda’ama jedhan.