Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash Magaalaa Maasaroo Danbitti mana barumsaa ijaaruuf dhagaa bu’uura ka’aan

Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo aanaa Armaacihoo Magaalaa Maasaroo Danbitti mana barumsaa sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaa bu’uura ka’aaniiru.

Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, wayita weerara Xaaliyaanii akaakayyuu ishee Ityoophiyaa diinarraa ittisuuf gumaacha gootummaa olaanaa bahan, Dajjaazmaach Baree Zagayyee yaadachuuf mana barumsaa sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaa bu’uraa keenyeerra jedhan.

Seenaan abbootii keenyaa duudhaa haaraadhaan akka yaadatamu gochuu keenyatti gammadeeras jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.