Fana: At a Speed of Life!

Godina Booranaatti projeektoonni adda addaa baasii Birrii miiliyoona 31 oliin ijaarramaan eebbifaman

Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Eel Wayyeetti projeektoonni adda addaa baasii Birrii miiliyoona 31 oliin ijaarramaan eebbifamaniiru.

Sirni eebbichaarratti Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamuu argameera.

Obbo Addisuun sirna eebbichaarratti haasaa taasisaniin, guddummaa Oromummaa itti fufsiisuuf dhaloota beekumsa saayinsii fi teeknoolojii gonfatee horachuunn murteessaadha jedhaniiru.

Kana dhugoomsuufis proojektoota misooma barnootarratti cichinee hojjechaa jirra jechuusaanii ragaan OBN irraa argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.