Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti Pirojektoonni daandii 24 har’a eebbifamu

 

Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC) Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Magaalaa Finfinnee Pirojektoonni daandii 24 har’a eebbisa.

Daandiiwwan kunneen dheerina kiiloo meetira 37.6 fi baldhina meetira 10 hanga 40 qabu akka qabu Abbaa Taayitaa irraa odeeffanneera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.