Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Lidataatti giddugallii guyyaatti lammiilee 800 ol nyaachisuu danda’uu hojii eegale

Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Lidataatti giddugallii Birhaan Tesfaa guyyaatti lammiilee 800 ol nyaachisuu danda’uu hojii eegaleera.
Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugalichii lammiilee rakkoo cimaa keessaa jiran nyaachisuuf kan ijaarramee ta’uu himaniiru.
Bulchiinsi magaalichaa dhaabbilee mootummaa fi miti mootummaa 5 ijaarsisuun lammiilee nyaachisuuf sochii taasisaa jira jedhaniiru.
Giddugallii nyaata kutaa magaalaa Lidataatti ijaarramee kun Baankii Awaash waliin tumsaan kan ijaarramee yoo ta’u, deeggarsa dhiyeessii nyaataa ammoo Yuunvaarsiitii Finfinnee taasiseera.
Maddi:-Addis Miidiya Netwoork
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.