Fana: At a Speed of Life!

Dr Warqinah daawwii hojiitif Suudaan jiru

Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoon Suudaan jiru.
 
Dooktar Warqinah daawwii hojii isaanii Sudaanin muummee ministiraa biyyattii fi dura taa’aa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Haamdook waliin ni mari’atu.
 
Barreessaa olaantichaaf Ministeera Dhimma Alaa Sudaanitti daayreektar janaraalli dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Jamaal Elsheekii fi itti gaafatamaan Waajjira Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Damee Sudaan Dooktar Oosmaan Biilaal simannaa taasisaniifiru.
 
Dooktar Warqinah turmaata isaanii Sudaanin muummee ministiraa biyyattii Haamdookii fi dura taa’aa Mana Maree Walabaa Sudaan Jeneraal Abdal Fattaah Al Buurhaan waliin ni mari’atu.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.