Dameewwan geejjibaa fi loojistikii si’eessuun misoomaa biyyoolessaa fi guddina diinagdeef barbachisaadha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dameewwan geejjibaa fi loojistikii si’eessuun misoomaa biyyoolessaa fi guddina diinagdeef barbachisaa ta’uu ibsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula Twiitara isaaniirratti, dameewwan geejjibaa fi loojistikii si’eessuun misoomaa biyyoolessaa fi guddina diinagdeef barbachisaa ta’uu ibsaniiru.
Dameewwan kanneen si’eessuun misoomaa biyyoolessaa fi guddina diinagdeef barbachisaa ta’uu hubachuun dhimmicharratti muul’dhata badhaadhinaa Ityoophiyaarratti xiyyeeffannoo taasifneerra jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.