Fana: At a Speed of Life!

Godina shawaa Kaabaatti biqiltuu miliyoonni 200 ol dhabbiif qophaa’e

 

Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)-  Godina Shawaa Kaabaatti biqiltuuwwan gosa gara garaa miiliyoona 200 fi miiliyoona 27 dhaabbiif qophaa’uu Waajjirri Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Godinichaa beeksise.

Buufataalee biqiltuu 100 keessatti biqiltuuwwan gosa gara garaa dhaabbiif kan qophaa’an.

Godinichatti misooma Ashaaraa Magariisummaa milkeessuuf gahee olaanaa akka bahan Ittigaafatamaan Ittaanaa Waajjira Qonnaafi Misooma Baadiyyaa Godina Shawaa Kaabaa obbo Hirphaasaa Addunyaa himaniiru jechun OBNtu gabaase.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.