Fana: At a Speed of Life!

Maallaqa sobaarraa of eeggannaan taasifamuu qaba- poolisii

Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Ummanni yakkaa fi maallaqa sobaarraa akka of eeggatu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee yaadachiise.
 
Gabaa ayyaanaa yoo baatan maallaqa sobaa akka of eeggattanis jedheera koomiishinichi.
 
Yeroo ayyaanaatti daddabarsi maallaqa sobaa jiraachuu waan maluuf of eeggannaan yaa taasifamuun dhaamera.
 
Koomiishinichi ayyaanni Qiillee nagayaan akka kabajamu qophii barbaachisaa taasisuu beeksiseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.