Fana: At a Speed of Life!

Waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee bishaan,jallisi fi inarjiirratti xiyyeeffanneerra-Dooktar Abiy

Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee Ityoophiyaa guutuuf Ministeerrii Bishaan,jallisi fi inarjii hojii isaa irratti xiyyeeffannoo guddaa kennun hojjechaa akka ture Muummeen Mninistiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad himaniiru.

Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, Ministeerrichi waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee Ityoophiyaa guutuufi daandii milkaa’ina badhaadhinaa ijoo galmaan gahuunii fi mirgi lammilee kabajamee jireenya gaarii akka jiraataniif irratti xiyyeefachuun hojjeechaa tureera jedhan.

Waliigala baadiyyaa fi magaalaatti dhaabbata bishaanii kuma 56 fi 790 ijaarramuun xumuramaan namoota miiliyoona 15 fi kumni dhibbi 2 fi kumni 87 fu 148 fayyadamoo taasifamuun danda’ameera jedhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.