Fana: At a Speed of Life!

Buufanni Saatalaayitii Bizhaa Yuuroo miiliyoona 3’n ijaarrame eebbifame

Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Buufanni Saatalaayitii Bizhaa odeeffannoo fudhatuu fi to’atu Yuuroo miiliyoona 3’n ijaarrame eebbifame

Ispees Saayinsii fi Teeknooloojii Ityoophiyaa kan ijaarramee buufatichi sirni eebbichi giddugala qorannoo fi Obzarvaatoorii Inxooxxoottii gaggeeffameera.

Buufanni Saatalaayitiicaa baasii Yuuroo miiliyoona 3 kan ijaarramee yoo ta’uu, ijaarsisaa waggaa 3 keessaatti xumuramuu ibsameera.

Buufatichi Ityoophiyaatti giddugalaa odeeffannoo saatalaayitii kan funaanuu fi to’atudha jedhameera.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.