Fana: At a Speed of Life!

ABUT Paartii Badhaadhinaatti akka hinmakamne beeksise

Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – ABUT Paartii Badhaadhinaatti akka hinmakamne beeksise

Addi Bilisummaa Ummata Tigiraay (ABUT) walgahii ariifachiisaa guyyoota lamaaf gaggeessaa tureen Paartii Badhaadhinaatti makamuu akka hinbarbaannee beeksise.

Sababnisaas ejjennoon Paartii Badhaadhinaa fi ABUT bakkitti waldhabu waan jiruuf akka ta’e ibsa baaseen ibseera.

Kana booda Mootummaa Federaalaa waliin dhimmoota adda addaarratti karaa heerri eeyyamuun akka hojjetu ibsa ejjennoo baaseen beeksiseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.