Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa yaa’ii idilee gaggeesse

Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa bara hojii waggaa 6ffaa yaa’ii idilee 13ffaa  har’a  gaggeesseera.

Manni marichaa ABUT fi Shaneen shororkeessummaan akka moggaafamaniif manni maree ministeerootaa yaada murtoo dabarsee qorachun murtoo dabarseera.

Dabalataanis koreen dhaabbii dhimma dubartoota, dargaggoota fi hawaasummaa labsii imala biyya alaa lakkoofsa 923/2008 foyyeessuuf wixinee dhiyaateef qoratee ragaasisu  ragaan mana maricha irraa arganne muul’dhisa.

Yaa’iichi galma walga’ii waajjira ministira muummeetti gaggeeffameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.