Fana: At a Speed of Life!

Fuulli Feesbuukii Donaald Tiraamp ittifame akka turu murtaa’e

 

Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) Fuulli Feesbuukii Pirezidaantii Amerikaa duraanii Donaald Tiraamp ittifame akka turu boordiin walabaa to’annoo qabiyyee Feesbuukii murteessera.

Feesbuukii dabalatee twiitarii fi Yuutyuubiin Tiraamp mana maree Ameerikaa irratti haleellaa raawatame onnachisaniru kan jedhuun ittifamuun isaani ni yaadatama.

Bordiin walabaa ta’anno qabiyyee Feesbuukii guyyaa har’a walga’ii taa’een murtoo kanaan duraa jabeessun akka turu kan murteesse.

Guyyaa kaleessaa Donaald Tiraamp miidiyaa hawaasaa haaraa kan dhunfaa isaani ifoomsu gabaasichi yaadachiiseera.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.