Fana: At a Speed of Life!

Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa jalqabaatin murteewwan dabarse

Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa jalqabaa kaleessa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.

Paartichi addarraa gara paartii walitti makamaatti ega cee’en booda, kaleessa Jimaata 24,2012 walga’ii koree hoji raawwachiistuu jalqabaa gaggeessera.

Walga’ichaanis dhimmoota waqtaawaa fi nageenya biyyaarratti mari’achuun kallattii kaa’un isaa ibsameera.

Karoora guddina diinagdee waggoota 10 fi filannoo 2012 irrattis mari’achuun kallattii kaa’era.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.