Fana: At a Speed of Life!

Gaanaan leenjistoota biyyoolessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessite

Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miillaa Gaanaa leenjistoota biyyooleessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessuu ishee beeksifte.

Waldichi leenjistota olaanaa fi gargaartota isaanii kan garee biyyoolessaa dhiirotaa fi dubartootaa hojirraa gaggeessuu beeksiseera.

Gaggeessichi koorniyaa lamaaninuu leenjiftoota olaanoo fi gargaartota guddattootaa fi dargaggootaa kan dabalatedha.

Gaggeessaan kun qaama fooyya’iinsaa ta’uu waldichi beeksiseera.

Maddi:-BBC

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.