Fana: At a Speed of Life!

Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Qiduus Giyoorgis fi Jimmaa Abbaa Jifaar tokko qixa bahan

Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- Tapha Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Qidduus Giyoorgis fi Jimmaa Abbaa Jifaar tokko qixa bahaniiru.
Priimeyar Liigiichaan Magaalaan Faasil taphoota 18n qabxii 45 walitti qabachuun dursaa jira.
Bunni Ityoophiyaa qabxii 33n Qiddus Giyoorgis ammoo 31n sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa qabachuun itti aanu.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.