Lammiileen Ityoophiyaa 325 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 325 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan daayreektara Jeneraa dhimmoota Qoonsilaa buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simachuu isaanii ragaan waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.