Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Injinariing Amuunishiin Hoomichoo daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Injinariing Amuunishiin Hoomichoo daawwataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, daandeetti oomishaa raayyaa ittisa biyyaa caalmaan cimsuun birmadummaa biyyaa eegsiisuuf haala dandeessisurraa akka ga’uuf rifoormiin eegaluu ni yaadatama jedhaniiru.
Reeformiin egalamee bu’ura cimaa ta’u ibsuun har’a Indaastirii Injinariing Amuunishiin Hoomichoo daawwachuun argineerra jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.