Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,097 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee,Bitootessa 17 ,2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,097 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 28 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 8,171 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 2,097 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,336 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 41,342 irratti argama.

Namoonni 769 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 28 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,769 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 96 fi 621 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.