Fana: At a Speed of Life!

Godina Qellem Wallaggaatti duulli talaallii pooliyoo laatamu eegale

Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti duulli talaallii pooliyoo laatamu eegaleera.

Duulli talaallii pooliyoo daa’immaan waggaa 5 gadiif laatamuu kun hanga Bitootessa 20, 2013tti kan  turu ta’uu Waajjirri Eegumsa Fayyaa Godina Qellem Wallaggaa ibseera.

Duula marsaa jalqabaan  aanaalee 11 fi bulchiinsa magaalaa 1 gandoota 279 keessatti daa’mman waggaa shanii gadiif ni latamaa jedhameera.

Talaallichaa daami’aan kumni dhibbi 1 fi kumni 85 fi 018 ni fudhatu jedhameera.

Talaallii manaa manatti kennamu kanaan hawaasni godinichaa hundi daa’imman waggaa shanii gadii akka talaalchisaan waamichi dhiyaachuu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Godina Qellem Wallaggaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.