Fana: At a Speed of Life!

Jijjiirrama akka biyyatti dhufe keessatti ga’een dargaggootaa olaanadha – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Jijjiirrama akka biyyatti dhufe keessatti hirmaannaan dargaggootaa olaanaa ta’uu itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ibsaniiru.
Aadde Adaanach Jijjiiramni biyya keenyaatti dhufe shoorri dargaggootaa olaanaan kan itti calaqqiseedha jedhan.
Jijjiirama tattaaffii ofiitiin fide akka lafa qabatuuf humnii fi dandeettiin isaa guddaa kan ta’e dargaggeessi gaheen isaa olaanaa fi murteessaa akka ta’e hin shakkisiisu jedhaniiru.
Kanuma hubachuun nagaa, guddinaa fi Badhaadhina hunda galeessi biyya keenyaa fi magaalaa keenyaatti akka mirkanaa’uuf eeyyamaa fi dhorkaan nuhi Ummata ishee akka taane amannee miira danda’uutii fi ajaa’ibsiisummaa keenya hubachuun cimnee yaa tattaafannu jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.