Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi Dhaabbata Mootummooota Gamtoomanitti Komishiniin Olaanaa Mirgoota Namoomaa waloon qorannoo gaggeessuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi Dhaabbata Mootummooota Gamtoomanitti Komishiniin Olaanaa Mirgoota Namoomaa sarbiinsa mirga namoomaa naannoo Tigiraayitti uumame jira jedhamurratti; waloon qorannoo gaggeessuuf waliigalaniiru.
Dhabbiileen lamaan dhimmicharratti waloon ibsa laateera.
Dhabbiileen kunneen sarbiinsa mirga namoomaa naannoo Tigiraayitti uumame jira jedhamurratti; waloon qorannoo gaggeessuuf waliigalaniiru.
Marsaa jalqabaan baatii sadiif kan turu ogeeyyoonni dhiyeenyatti gara naannichaatti akka imalan ifoomeera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.