Fana: At a Speed of Life!

Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoome

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee Siwiizarlaand magaalaa Niyoonitti gaggeeffameen:-
Giraanaadaa – Maanchiisteer Yuunaayitiid
Arseenaal – Islaaviyaa Prahaa
Ajax – Roomaa
Diinaamoo Zaagreeb – Villaariyaal -waliin walitti fideera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.