Guyyaan hundeeffama mana maree waldaa Kiristiyaanaa amantoota Wangeelaa kabajame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waldaa Kiristiyaanaa amantoota Wangeelaa waggaa 1ffaan Istaadiyeemii Finfinneetti kabajame.
Saganticharratti Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee, Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil, itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dabalatee hordoftoonni amantichaa hedduun argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.