Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannonni 300 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaannonni 300 Sawuud Arabiyaa  magaalaa Jiddaairraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.

Bakka Bu’aan Jenaraal Daayreektareet Dhimmoota Qonsilaa Ministeera Dhimma Alaa buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun simannaa taasisaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.