Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni Daandii Ida’amuu dubbifamaa jira – Dooktar Abiy

Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad kitaabni Daandii Ida’amuu’ dubbifamaa jiraachuu ibsan.
Kitaabichi kaayyoo lama kan qabu yoo ta’u,gama tokkoon yaada dabarsuu, gama biroon galiisaatiin manneen barnootaa babal’isuudha jedhan Dooktar Abiy.
Gatiin kitaaba tokkoo Birrii 350ta’uu ibsaniiru.
Warreen kanaa ol gatii dabaluun gurguranirraa hawaasni akka hin binne beeksiisaniiru.
Maxxansi dabalataa gahaa jiraachuu Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.