Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Heenook Tafarraan Meejera Jeneraal Looran Maarabaf waliin mari’atan

Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Faransaayitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Tafarraan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Faransaayitti itti gaafatamaa Dhimmoota idila addunyaa Meejera Jeneraal Looran Maarabaf waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaaniirratti marii taasiisaniiru.
Haala waqtawaa biyyoota lamaanii ilaalchisee yaada waljijjiiruu isaaniin himameera.
Hariiroo loltummaa Ityoophiyaan Faransaay waliin qabdu caalmaatti haala cimsuun danda’amurratti mari’achuu isaanii ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.