Fana: At a Speed of Life!

Boordichi dhaabbilee Siiviilii hawaasaa biyya keessaa filannoo dhufu taajjabaniif leenjii laate

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa dhaabbilee Siiviilii hawaasaa biyya keessaa filannoo dhufu taajjabuuf iyyannoo galchatanii fi marsaa duraan beekkamtiin kennameefi leenjii laateera.
Leenjiichi kutaawwan adda addaa kan qabu yoo ta’u, boordichi ogeeyyii sagantaa-kutaa hariiroo alaa, boordichaatti sirna ijaarsaa akkasumaas ogeeyyii muuxannoo idil addunyaa qabaniin dhiyaateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.