Fana: At a Speed of Life!

Biyyoonni addunyaa bara haaraa Faranjootaa 2020 simatan

Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Biyyoonni addunyaa bara haaraa Faranjootaa 2020 sirnoota garagaraa fi richiitii dhukaasuun simataniiru.

Niiwzlaand, Awustiraaliyaa fi biyyoonni iddoo Paasifiik garagaraa bara haaraa Faranjootaa 2020 simachuun biyyoota adda duree yoo ta’an, biyyoonni akka Eeshiyaa, Baha giddugaleessaa fi Awrooppaa bara haaraa isaanii simataniiru.

Paariis, Barliin, Maadriidii fi Ateens dabalatee magaalonni Awrooppaa bara haaraa sababeeffachuun richiitii gurguddaa dhukaasuun keessummeessaniiru.

Iddoo  namni hin jiraanne Bakarii fi Howulaand jedhaman ammoo addunyaarraa dhuma ta’uun bara haaraa ni simatu jedhameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.