Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,030f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 900 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 902 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 22,346 irratti argama.

Namoonni 366 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 13 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,386 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 160,813 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.