Injifannoon Adwaa mallattoo tokkummaa fi bu’aa walooti-obbo Adaam Faraah
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adaam Faraah Injifannoon Adwaa mallattoo tokkummaa fi bu’aa walooti jedhaniiru.
Ityoophiyaan biyya tokkummaa sab-daneessummaan beekkamtuufi qormaata ishee muudatuuf harka hin kennineedha jedhaniiru.
Hundi keenya kan ittiin boonnu injifannoo Adwaa irraa barachuun, qormaatilee yeroo adda addaa biyya keenya muudatan onnee injifannootin ce’uu qabna jechuusaanii ragaan Mana Maree Federeshiinirra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.