“Injifannoon Adwaa ayyaana qofa otuu hin taane, mo’umsaa fi kaka’umsa dabalateeti” – aadde Mufaariyaat Kaamil
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Ministirri Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamil injifannoon Adwaa ayyaana qofa otuu hin taane, mo’umsaa fi kaka’umsa dabalateeti tahuu ibsaniiru.
Aadde Muufariyaat kana kan dubbatan ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa ilaalchisuun qophii hawaasa idil addunyaa fi diippiloomatotaaf qophaa’erratti.
Injifannoon Adwaa injifannoo qofa otuu hin tanee tokkummaa fi mo’umsa dabalateeti jedhaniiru.
Itti Aanaa walitti qabaa komishinii Gamtaa Afrikaa Kuweesii Kuwaartii injifannoon Adwaa mallattoo bilisummaa gurraachootai jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.