Jiraattoonni magaalaa Roobiit deeggarsa hooggansa jijjiiramaa fi paartii Badhaadhinaaf qaban hiriira nagaa bahuun ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina walloo Kaabaa Aanaa Raayyaa magaalaa Roobiit deeggarsa hooggansa jijjiiramaa fi paartii Badhaadhinaaf qaban hiriira nagaa bahuun ibsaniiru.
Jiraattoonni kunneen dhaaddannoo jijjiirama ni deeggarsa, gara fuula duraatti ni tarkaanfanna jedhuun dhaggeesisaa turaniiru.
Awwaalchaa juuntaa irratti badhaadhinii fi tokkuumman ummataa ni lalisa. Barbaada’un juuntaa injifannoo hunda keenyaati jechuun ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.