Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 949 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 949 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 8 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,005f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 949 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 125 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 19,159 irratti argama.

Namoonni 370 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 8 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,279 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 152,806 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.