Fana: At a Speed of Life!

Koonfiraansiin sosochii mata duree “ hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa, badhaadhina hundagaleessaaf” jedhuun gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Koonfiraansiin sosochii mata duree “ hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa, badhaadhina hunda galeessaaf” jedhuun magaalaa Dirree Dawaa fi naannoo Kibbaa godinoota garagaraatti gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjicharratti adeemsa badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu keessatti wantoota hudhaa ta’an baasuu fi mariin rakkoon akka hikkatu tasisuu, akkasumas hirmaannaa siyaasaa fi fayyadamummaa diinagdee dubartootaa hundeen deebisuuf kan gargaarudha jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.