Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 871 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 871 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,853f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 871 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 275 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 17,529 irratti argama.

Namoonni 348 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 12 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,249 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 150,179 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.