Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni bara Haaraa saba Geedi’oo Daraaroon kabajamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Ayyaanni bara Haaraa Saba Geedi’oo Daraaroon magaalaa Diillaatti qophii addaan kabajamaa jira.
Sagantichi Abbootii Gadaan banamuu ibsameera.
Ayyaanicha Kabajuuf hirmaattoonni godinichaa kallattii hundarraa walitti babba’an magaalaa Diillaatti agarsiisa garaagaraa muul’isaa jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.