Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Iluu, Daalaantaa fi Ambaasaal hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahan

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) -Jiraattoonni Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Iluu, Daalaantaa fi Ambaasaal hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.
Jiraattoonni Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Iluu, Daalaantaa fi Ambaasaal jijjiirrama hoggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin dhufe, hojii nageenya, misoomaa fi ijaarsa demokiraasii beekkamtuu laachuun deeggaruuf hiriiraa gaggeessaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.