Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan daawwannaa hojiif Hind galan

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirii Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin daawwannaa hojii Hind Niwuu Deeliihii galaniiru.
Daawwannaa hojii guyyoota afuriif Hindi kan galan obbo Dammaqaan turtii isaaniin Ministira Dhimmaa Alaa biyyattii waliin dhimoota waloo biyyoota lamaanirratti ni mari’atu jedhameera.
Hinditti Imbaasii Dippiloomaataa Ityoophiyaa ni eebbisu jedhame.
Obbo Dammaqaan dheengadda gamoo Imbsaaii Ityoophiyaa Tuurki Ankaaraatti argamu eebbisuun isaanii kan yaadatamuudha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.