Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Dureen Zinnaash Taayyachaw qaama miidhamtootaaf Wiilcharii gumaachaan

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtootaa magaalaa Hawaasaa fi naannawaa isheef wiilcharoota gumaachaniiru.
Hojiilee waajjirri Giiftii Duree hojjetu keessaa tokko qaama miidhamtoota kunuunsuudha.
Giiftii Dureen Zinnaacha Taayyaachaw har’a naannoo Kibbaa fi Sidaamaatti argamuun qaama miidhamtoota 28f wiilchara gumaachaaniiru.
Wiilcharichi dhaabbata deeggarsaa ‘Moobiiliitii World Waayid’ jedhamuurraa kan argame ta’uu ragaan Waajjira Giiftii Dureerraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.