Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 733 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 733 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,001f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 733 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 204 dandamataniiru.

Namoonni 16,668 yaalarratti argamu.

Namoonni 307 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 15 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,209 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 147,825 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.

Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.